Oromiffa (Oromo)

Gara fuulduraatti odeeffannoon afaan Oromo waan hiikamuuf fuula kanarraa isatti qabsiifna (link) goona. Yeroo dhihootti deebi’aailaala’a.

Hiikaa marsariitii kanaa afaan Oromoon ilaala’a

Yoo marsariitii kana irraa fuulli ingliffaa kam iyyuu afaan Oromootti akka isinii hiikamu barbaaddan 311 (612-673-3000) Minneapolis ala bilbilaatii nama afaan Oromoo isinii hiiku gaafadha.

Kanaachii Google Translate gargaaramtanii hiikaa guutummaa marsaritii kanaa afaan Oromoon argachuu dandeessu. Maaloo Hubadhaa: Google Translate Google Inc dhaan barreeffamaa fi marsariitii bilisaan afaanota adda addaatti hiikuu kan tajaaajila kennuu dha. Odeeffannoo sirriitti Oromootti hinhiiku ta’a.

Open Google Translate

Vaayirasii Koronaa COVID-19

This illustration, created by the Centers for Disease Control and Prevention (CDC), shows the structure of the coronavirus.

Marsariiti Magaalaa Minneapolis kan COVID-19

Afaan Oromoon gargaarsaa fi odeeffanno waa’ee COVID-19 argadhu.

Marsariiti Magaalaa Minneapolis kan COVID-19

Shaakala Gaarii Haguuggaa COVID-19

Waa’ee COVID-19 irratti odeeffannoo caalmaatti hammayyoome argachuuf ‘health.mn.gov’ daawwadhaa.

Filannoowwan Poolisii Deebiikennuuf

Community members meeting

Waamicha bilbilaa kan rakkoo, addumaan bilbila fayyaa kan sammuutiif deebii kenninu babal’isuudhaaf daandii haaraa qopheessaa jirra.

Filannoowwan Poolisii Deebiikennuuf

Fooyya’iinsa imaammata Poolisii

Hawaasa waliin walitti dhufeenyi  Poolisii akka fooyya’uuf hojjechaa jirra. Dabalataanis, miseensota hawaasaa tajaajillu waliin amanamummaa qabnu guddisuu barbaanna.

Fooyya’iinsa imaammata Poolisii