Qu'annoo haaraa waayee Ajajaa Poolisii

Waa’ee Ajaja Poolisii keenyaa isa itti aanuu yaadolee keessan qoodaa. Hawaasa dabalatee madoolee garaagaraa irraa duubdeebii barbaanna.

Maal beekuu akka qabdan

Akka qaama adeemsa barbaachaafi filannoo Ajajaa Poolisii itti aanu kanaatti, Magaalaan Miniyaappoolisiifi Sekterri Uummataa Barbaaduufi Gorsuu uummatarraa galtee barbaadu. Yeroo maddoolee garaagaraa irraa duubdeebii barbaannu kanatti, ulaagaa Ajajaa Poolisii itti aanu ittiin barbaannu huubachuudhaaf dhugaadhumatti ilaalcha hawaasaa barbaanna.

Galtee keessan laadhaa

Duubdeebiin keessan ulaagaa akkamiitiin Ajaja Poolisiii keenya itti aanu akka barbaaduu qabnu aakka murteessinu nu gargaara. Deebiin keessan iccitiidhaan eegama. Sakattaa kana waan guuttaniif akkasumas adeemsa kana keessatti waan hirmaattaniif galatoomaa. 

Gaaffilee kana Guutaa