Sagantaawwan dhimma nageenyaa

Yeroo qorannoo yakkaatti waa'ee qophiiwwan nageenyaa fi ammayyoomsuu ilaalchisee odeeffannoo argadhaa.

Qophiiwwan nageenyaa

Netii Hojii Nageenyaa (Operation Safety Net)

Operation Safety Net was created by Minnesota law enforcement officials to ensure everyone can safely have their voices heard before, during and after the trial of former Minneapolis police officer Derek Chauvin.

'Operation Safety Net' kun kan inni qophaa'e yeroo qorannoo yakkaaajjeechaa kan Derek Chauvin aanga'oota seeraa Minnesota dursee, yeroo qorannoo geggeeffamaa turee fi isa booda namni hundinuu haala nageenyi isaa eegameen sagalee isaa dhageessisuu akka danda'uuf aanga'aa seera eegsisu kan Minnesotaatiin kan uumamee dha.

Ergama

  • Akka seerichaatti Fooyya'iinsa yeroo Jalqabaa irratti mormii fi hiriira hamaa kan hin qabne tursuu fi eeguu.
  • Jeeqamsa nama siivilii kan cimaa ta'e, gochaawwan dhiphisoo ta'an, miidhama qabeenyaa, balaa abiddaa akkasumas, ijaarsa gamoo mootummaa, dhaabbiilee daldala, fi bu'uurawwan misoomaa kanneen ta'an saamuu.

Dhaabbiilee hirmaannaa taasisan

  • Waajjira Hennepin County Sheriff
  • Metro Transit
  • Dipaartmentii Poolisii Minneapolis
  • Minnesota Department of Natural Resources
  • Minnesota Homeland Security and Emergency Management
  • Minnesota National Guard
  • Minnesota State Patrol
  • Waajjira Ramsey County Sheriff
  • Dipaartmentii Poolisii Saint Paul

 

Qajeelfama Mirga Dhala namaa kan isteetichaa waliin ajaja dhorkaa kan yeroo muraasaa

Ajajin dhorkamaa kan yeroo gabaabaa magaalaa Minneapolis, Dipaartmentii Poolisii Minneapolis (MPD) fi Mirga namoomaa Kutaa Minneesotaa gidduu kan dhaabbate 'framework' dha.

  • Bifa addaatiin gaafa ilaalamu miseensa MPD kan hin taane fi miseensa dhaabbata seera raawwachiisu kan ta'e aangawaan kam iyyuu dhorkama yeroo muraasaatiif hin bitamu.
  • Miseensa MPD fi dhaabbiilee kan seera eegsisan kan of keessatti qabatan hojjetoota seera eegsisan kan geggeessu hoogganaa yoo ta'e, hooggantichi, ajaja yeroo muraasaaf turuu kan kennu ta'a.