Deggersa qorannoo yakkaa fi kan nageenyaa

Namni hundinuu nageenyi isaa eegamaa akka ta’uu fi odeeffannoos akka qabaataniif ajjeefamuu aangawaa poolisii Minneapolis duraanii, Derek Chauvin ilaachisee waqtii adeemsa murtii George Floyd ittiin h

Kan ani fedhu

Magaalicha quunnamuu

Yeroo balaan uumamutti

Yeroo nageenya nama tokkoo irratti balaan uumamuu fi deebiin hatattamaa poolisii irraa, hojjetoota balaa abiddaa irraa, ykn hojjetoota fayyaa irraa barbaadamutti gara 911 bilbilaa.

Gochaa shakkisiisaa, Poolisii Minneapolisiitiif gabaasuu

Waa’ee gochaa shakkisiisaa kan deebii hatattamaa hin barbaannee yaada kamiin iyyuu poolisii Minneapolisiitiif dhiheessuuf. [Fakkeenyaaf: Konkolaataa taargaa hin qabne kan hatattamaan konkolaachifamu gabaasuu, ykn karaa xixxinnaa mangadichaa irratti waan hin amaleeffatamne caqasuu.]

Sarara tip line quunnammuu

Dhimmoota ariifachiisoo hin taane kan birootiif

Gara 311 bilbiluu

Waliigala gaaffii daldalaa fi qabeenya daldalaatiif

Gumii Daldala xixiqqaa magaalattii quunnamuu

Contact us

Minneapolis 311

Hours

7 a.m. – 7 p.m.
Monday – Friday

Tip Line

Minneapolis Police Department

Text

847411

Tip Line

MN CrimeStoppers

Small Business Team

Community Planning & Economic Development

Phone

612-673-2499

Address

Public Service Building
505 Fourth Ave. S., Room 320
Minneapolis, MN 55415